Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 16 Ffaa Pdf

Автор:
Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 16 Ffaa Pdf 4,4/5 3735 reviews

“Dhaamsa Ilmaan Oromoo Hundaaf “Bineeyyin wayyaanee ajjeechan MM. Abiyyii irratti hiriira deeggarsaa irratti raawwachuun fonqolcha mootummaa gochuuf yaalte milkaahufii dinnaan biyyattii guutuu keessatti ergamtoota kumaatamoota hedduu baajata Ergamtoonni wayyaanee TPLF kunniin ilmaan Tigree qofa osoon taane sabaa fi sablammoota biyyattii hundaa of keessaa qabu. Yeroo ammaa tooftaa garaa garaatti fayyadamuun jeequmsa kaasanii biyyattii tasgabbii dhoorgudhaan bulchiinsa Dr. Abiyyii laamshessuuf shira garaa garaa xaxaa jiru.

Seenaa Oromoo Raayyaa. Egaa kunniin hunda kitaaba seenaa uummata Oromoo hanga jaarraa 16ffaa barreessine keessatti ibsineerra. Siifsiin:-Kayyoon ketaaba seena Oromoo hanga jaraa 16 ffaa maal ture? Obo.Alamaayehu:- Kaayyoon guddaa, kitaaba kanaa seenaan Oromoo essaa ka’ee eessa akka jiraataa ture ibsudha. Kun ammoo daguungora seena.

Tooftaalee ergamtoonni kuni itti fayyadamaa jiran muraasa 1). Koofiyaa, Amaamaa fi marxoo maratanii musliima fakkaachun mana amantaa kiristaanaa irratti bombii darbachuu, kitaaba amantii ciruu, musliima fakkaatee kiristaana reebuu mana amantii irratti dhakaa darbachuun walitti bu’iinsa amantii uumuu. Masqala ykn kirrii hidhachuun hordofaa amantii kiristaanaa of fakkesssun masgiidota irratti bombii darbachuu, Naannoo masgiidatti qur’aana ciruu fi gubuu. Mana amantii irratti, iddoo salaataatti dhakaa darbachuu fi kkf raawwachuu 3). Uummanni amantiin, sabaan akka wal shakkuuf holola garaa garaa uumuu. Amantiin uummata adda qoodanii ijaarun walitti bu’iinsaf haala mijeessuu.

4).Suuraa gootota Oromoo, suuraa Jawaar, Dr. Abiyyii, Lammaa Magarsaa qabatanii akka waan quuqamtoota sabaa fakkaatanii magaalota Oromiyaa hedduu keessa socho’uun kaayyoo diinaa galmaan gahuuf sochiirra jiru.

Daldaltoota xixiqqoo fakkaatanii meeshaalee muraasa qabatanii magaalota kesssa socho’aa jiru. Maraattu fi kadhattuu fakkaachun boombii, ibidda, beenzilaa fi kkf baatanii naanna’uun qabeenya irratti, lubbuu namaa irratti badii guddaa geessisuuf socho’aa jiru. Qeerroo fakkaachun abbaa torbee jedhanii namoota amanamoo fi uummanni jaallattu kan qabsoo kana keessatti gumaacha guddaa qaban irratti tarkaanfii fudhachuuf socho’aa jiru. Hiriira deeggarsaa yeroo ammaa gaggeeffamaa jiru irratti dhaadannoolee sabaa fi sablammoota walitti buusan kan akka Tigrren nu keessaa haa baatuu, Suuran Minilik nurraa haa ka’uu fi kkf dhageessisuun walitti bu’iinsa sabaa uumudhaaf socho’aa jiru. Hiriira deeggarsaa, Iddoo waltajjii, qophii garaa garaa irratti, magaalaa kesssatti saba Amaaraa fakkaachun alaabaa fi suuraa Minilik qabatanii socho’aa jiru. Suuraa goototaa, Jawaar,Dr. Abiyyii mataa irraa muranii, ija keessaa baasanii, qalamaan mallattoo X itti qaxxaamursanii, Masgiida, taabota suuraa fokkisanii kaasanii bakka namni wal gahuu fi iddoo hiriiratti qabatanii socho’aa jiru.

Iddoo namni wal gahee fi gabaa keessatti saba tokko fakkaatanii saba biraa barreeffama arrabsu, xiqqeessu qabatanii deemaa jiru. 11).Bakka uummanni wal gahutti gochaa badanii balleessuu raawwachuun nageenya uummataa boressuun tasgabbii dhoorgun uummata keessatti sodaa uumuu. Sheeka, qeesii barattoota amantii fakkaatanii walitti bu’iinsi amantii akka uumamuuf wantoota garaa garaa raawwachuu.

13).Maqaa Amantiitin lafa daangessanii weerara lafaa gaggeessun uummata amantii sana hordofuufii kan biroo walitti buusuf yaaluu. Shirri wayyaanen yeroo ammaa dhiiga lammii biyya tanaa dhangalaasudhaaf xaxaa jirtu hedduudha.

The Black Box is a 1915 American drama film serial directed by Otis Turner.This serial is considered to be lost. The film was written in part by E. Phillips Oppenheim, a very popular novelist at the time.The story was also published in 1915 as a novel and as a newspaper serial. Black (Hangul: 블랙; RR: Beullaek) is a 2017 fantasy-thriller South Korean television series starring Song Seung-heon, Go Ara, Lee El and Kim Dong-jun. It aired on OCN from October 14 to December 10, 2017 on Saturdays and Sundays at 22:20 ( KST ) time slot. Scarlet and Black (1965 TV serial) Scarlet and Black is a British four-part television drama series first aired in 1993 on BBC 1 by the BBC with a cast including Ewan McGregor and Rachel Weisz. The series was adapted by Stephen Lowe from the novel The Red and the Black (1830) by French writer Stendhal. Mamik Singh is an Indian actor, who works on television and has also worked in five Bollywood movies. He is best known for his roles in Jo Jeeta Wohi Sikandar (1992) and Ssshhhh.Koi Hai (). Black 9x serial wikipedia. 9X was an Indian Hindi general entertainment channel based in Mumbai. It is owned by Zee Entertainment Enterprises Ltd. The channel was launched on 12 November 2007 in India as the flagship of the INX Network.